-
Baʼuu 21:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Haadha manaa kan biraa yoo fuudhes, nyaata, uffataa fi wanta haadha manaatiif godhamuu qabu haadha manaa isaa ishii jalqabaa jalaa hirʼisuu hin qabu.+
-
-
1 Qorontos 7:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yeroo murteeffameef yeroo keessan kadhannaadhaaf oolchuuf walii galtanii yoo taʼe malee wal hin dhowwatinaa; of toʼachuu dadhabuudhaan kan kaʼe Seexanni akka isin hin qorreef sana boodas deebiʼaa waliin taʼaa.
-