Uumama 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Waaqayyo akka bifa isaatti nama waan tolcheef,+ nama dhiiga namaa dhangalaasu kam iyyuu namni kan biraan dhiiga isaa ni dhangalaasa.+ Lakkoofsa 35:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 “‘Namni nama* ajjeese kam iyyuu ragoonni yoo isa irratti ragaa baʼan+ nama lubbuu balleesse waan taʼeef haa ajjeefamu;+ haa taʼu malee, eenyu iyyuu ragaa namni tokko qofti isa irratti baʼuun ajjeefamuu hin qabu. Maatewos 5:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Warra bara duriitti jiraataniin, ‘Hin ajjeesin,+ namni nama ajjeesu kam iyyuu mana murtiitti itti gaafatama’+ akka jedhame dhageessaniittu.
6 Waaqayyo akka bifa isaatti nama waan tolcheef,+ nama dhiiga namaa dhangalaasu kam iyyuu namni kan biraan dhiiga isaa ni dhangalaasa.+
30 “‘Namni nama* ajjeese kam iyyuu ragoonni yoo isa irratti ragaa baʼan+ nama lubbuu balleesse waan taʼeef haa ajjeefamu;+ haa taʼu malee, eenyu iyyuu ragaa namni tokko qofti isa irratti baʼuun ajjeefamuu hin qabu.
21 “Warra bara duriitti jiraataniin, ‘Hin ajjeesin,+ namni nama ajjeesu kam iyyuu mana murtiitti itti gaafatama’+ akka jedhame dhageessaniittu.