Faarfannaa 139:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yeroon miciree* turetti illee ijji kee na argeera;Kutaawwan isaa keessaa tokkoon isaanii iyyuu tolfamuu isaanii dura,Guyyoota isaan itti tolfaman ilaalchisee,Hundi isaanii kitaaba kee keessatti barreeffamaniiru. Ermiyaas 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Gadameessa keessatti si tolchuu koo dura si beekeera,*+Dhalachuu* kee duras si qulqulleesseera.*+ Sabootaaf raajii si godheera.”
16 Yeroon miciree* turetti illee ijji kee na argeera;Kutaawwan isaa keessaa tokkoon isaanii iyyuu tolfamuu isaanii dura,Guyyoota isaan itti tolfaman ilaalchisee,Hundi isaanii kitaaba kee keessatti barreeffamaniiru.
5 “Gadameessa keessatti si tolchuu koo dura si beekeera,*+Dhalachuu* kee duras si qulqulleesseera.*+ Sabootaaf raajii si godheera.”