15 Yommuun dhoksaatti tolfametti,
Yommuun iddoowwan gad fagoo lafaa keessatti walitti hodhametti,
Lafeewwan koo si duraa kan dhokatan hin turre.+
16 Yeroon miciree turetti illee ijji kee na argeera;
Kutaawwan isaa keessaa tokkoon isaanii iyyuu tolfamuu isaanii dura,
Guyyoota isaan itti tolfaman ilaalchisee,
Hundi isaanii kitaaba kee keessatti barreeffamaniiru.