Faarfannaa 10:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Namni lafa irraa inni duʼu sana booda akka isaan hin sodaachisneef,+Ati mucaa abbaa hin qabnee fi warra caccabaniif haqaan ni murteessita.+ Yaaqoob 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ilaa, mindaan isin hojjettoota maasii keessan irraa midhaan isiniif sassaaban dhowwattan iyyaa jira; iyyi haamtonni gargaarsaaf dhageessisan gurra Yihowaa* Gooftaa Raayyaa bira gaʼeera.+
18 Namni lafa irraa inni duʼu sana booda akka isaan hin sodaachisneef,+Ati mucaa abbaa hin qabnee fi warra caccabaniif haqaan ni murteessita.+
4 Ilaa, mindaan isin hojjettoota maasii keessan irraa midhaan isiniif sassaaban dhowwattan iyyaa jira; iyyi haamtonni gargaarsaaf dhageessisan gurra Yihowaa* Gooftaa Raayyaa bira gaʼeera.+