LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akkana jedhiitii guutummaa yaaʼii Israaʼelitti dubbadhu: ‘Ani Waaqni keessan Yihowaan qulqulluu waanan taʼeef, isinis qulqulloota taʼuu qabdu.+

  • Lakkoofsa 15:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Ajajni kun kana yaadachuuf isin gargaara; isinis ajajawwan koo hundumaa ni eegdu; Waaqa keessaniifis qulqulluu ni taatu.+

  • 1 Pheexiros 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 kanaa mannaa, akkuma Isa Qulqulluu isin waame sanaa, wanta hojjettan hundumaatiin qulqulloota taʼaa;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi