LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 22:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Harreen yookiin qotiyyoon obboleessa keetii karaa irratti kufee yoo argite, taʼe jettee callistee bira hin darbin. Horii sana kaasuuf isa gargaaruu qabda.+

  • Luqaas 6:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Warri amma dhaggeeffachaa jirtan garuu ani isiniin nan jedha, diinota keessan jaallachuu fi warra isin jibbaniif gaarii gochuu keessan itti fufaa;+

  • Roomaa 12:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Hamaa gaariidhaan moʼuu kee itti fufi malee, hamaadhaan hin moʼamin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi