LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Harreen nama si jibbu tokkoo akkuma feʼamee jirutti kufee yoo argite, callistee bira hin darbin. Horii sana irraa feʼumsa hiikuudhaan namicha gargaari.+

  • Leewwota 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “‘Ilmaan saba keetii irratti haaloo hin baʼin+ yookiin haaloo itti hin qabatin; nama akka ofii keetti jaalladhu.+ Ani Yihowaa dha.

  • Luqaas 10:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Namichis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaanis jaalladhu,’+ akkasumas ‘nama* akka ofii keetti jaalladhu’”+ jedhe.

  • Galaatiyaa 6:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Egaa hamma carraa argannetti,* namoota hundumaatiif, keessumaa immoo warra amantiidhaan nutti firoomaniif wanta gaarii haa goonu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi