Lakkoofsa 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis huccuu bifa cuquliisaa sana fudhatanii baattuu ibsaa,+ ibsaawwan isaa,+ qabduuwwan isaa, qodaawwan ibiddaa isaa,+ akkasumas miʼawwan zayitii isa ibsaan sun ifuu isaa akka itti fufu godhu qabatan hundumaa ni uwwisu.
9 Achiis huccuu bifa cuquliisaa sana fudhatanii baattuu ibsaa,+ ibsaawwan isaa,+ qabduuwwan isaa, qodaawwan ibiddaa isaa,+ akkasumas miʼawwan zayitii isa ibsaan sun ifuu isaa akka itti fufu godhu qabatan hundumaa ni uwwisu.