Baʼuu 25:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 “Warqii qulqulluu irraa baattuu ibsaa+ ni tolchita. Baattuun ibsaa kun warqii tumame irraa haa tolfamu. Jalli isaa, jirmi isaa, dameewwan isaa, hammattuuwwan abaaboo isaa, dhukawwan isaa fi daraaraawwan isaa tokko taʼanii haa tolfaman.+
31 “Warqii qulqulluu irraa baattuu ibsaa+ ni tolchita. Baattuun ibsaa kun warqii tumame irraa haa tolfamu. Jalli isaa, jirmi isaa, dameewwan isaa, hammattuuwwan abaaboo isaa, dhukawwan isaa fi daraaraawwan isaa tokko taʼanii haa tolfaman.+