Uumama 3:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Namicha achi keessaa erga baasee booda, karaa isa gara muka jireenyaatti geessu eeguuf kallattii bahaa iddoo biqiltuu Eedanitti kiruubelotaa+ fi goraadee bobaʼu isa utuu wal irraa hin kutin gaggaragalu ni kaaʼe. Faarfannaa 99:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 99 Yihowaan Mootii taʼeera.+ Saboonni haa romʼan. Inni kiruubelotaa olitti* teessoo irra taaʼeera.+ Lafti haa raafamtu.
24 Namicha achi keessaa erga baasee booda, karaa isa gara muka jireenyaatti geessu eeguuf kallattii bahaa iddoo biqiltuu Eedanitti kiruubelotaa+ fi goraadee bobaʼu isa utuu wal irraa hin kutin gaggaragalu ni kaaʼe.
99 Yihowaan Mootii taʼeera.+ Saboonni haa romʼan. Inni kiruubelotaa olitti* teessoo irra taaʼeera.+ Lafti haa raafamtu.