LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 36:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Achiis foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa golgaa+ tokko ni hojjete. Isa irrattis bifa kiruubelotaa+ ni dhaʼe.+ 36 Achiis golgichaaf utubaawwan muka laaftoo afur tolchee warqiidhaan isaan uwwise; hookkoowwan isaanii warqii irraa ni tolche; meetii baqsees utubaawwan sanaaf miiloowwan uraa qaban afur ni tolche.

  • Luqaas 23:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 kunis kan taʼe ifni aduu waan badeef ture; achiis golgaan mana qulqullummaa+ walakkaatti tarsaʼe.+

  • Ibroota 6:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Abdii jabaa fi amansiisaa akka qofoo dooniitti lubbuu qabee dhaabu kana qabna;+ abdiin kunis golgaa sana keessa darbee ol seena;+

  • Ibroota 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Golgaa+ isa lammaffaa duuba immoo kutaan dunkaanichaa, “Hundumaa Caalaa Qulqulluu”+ jedhamu jira.

  • Ibroota 10:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yaa obbolootaa, dhiiga Yesuusiin daandii gara iddoo qulqulluutti+ geessutti galuuf ija jabina* arganneerra; 20 daandiin inni nuuf bane* kun daandii haaraa gara jireenyaatti geessu dha; kana kan godhes golgaa+ sana jechuunis foon isaa keessa darbuudhaani;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi