-
Baʼuu 40:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Achiis minjaalicha+ dunkaana walgaʼii keessa golgaa sanaa alatti kallattii kaabaa godoo qulqulluu sanaatiin ni kaaʼe;
-
-
Baʼuu 40:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Achiis iddoo aarsaa warqii irraa tolfame+ sana dunkaana walgaʼii keessa golgaa sana fuuldura ni kaaʼe;
-