Baʼuu 39:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Achiis isaan godoo qulqulluu+ sana, jechuunis dunkaanichaa+ fi miʼawwan isaa hundumaa gara Museetti fidan; wantoonni isaan fidan kanneen kana turan: wal qabsiistuuwwan+ isaa, maqaaniiwwan+ isaa, danqaraawwan+ isaa, utubaawwan isaa, miiloowwan isaa warra uraa qaban,+ Baʼuu 39:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 golgaawwan mooraa, utubaawwan isaa fi miiloowwan isaa warra uraa qaban,+ golgaa+ balbala mooraa, funyoowwan dunkaanaa, qofoowwan dunkaanaa,+ miʼawwan tajaajila godoo qulqulluutiif, jechuunis dunkaana walgaʼichaatiif oolan,
33 Achiis isaan godoo qulqulluu+ sana, jechuunis dunkaanichaa+ fi miʼawwan isaa hundumaa gara Museetti fidan; wantoonni isaan fidan kanneen kana turan: wal qabsiistuuwwan+ isaa, maqaaniiwwan+ isaa, danqaraawwan+ isaa, utubaawwan isaa, miiloowwan isaa warra uraa qaban,+
40 golgaawwan mooraa, utubaawwan isaa fi miiloowwan isaa warra uraa qaban,+ golgaa+ balbala mooraa, funyoowwan dunkaanaa, qofoowwan dunkaanaa,+ miʼawwan tajaajila godoo qulqulluutiif, jechuunis dunkaana walgaʼichaatiif oolan,