-
Baʼuu 35:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Dubartoonni dandeettii qaban hundi+ harka isaaniitiin foʼanii wanta foʼan sana, jechuunis foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi foʼaa quncee talbaa baʼeessa taʼe ni fidan.
-