LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 28:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Namoota dandeettii* qaban, warra ani hafuura ogummaatiin guute+ hundumaatti ni dubbatta; isaanis Aaron qulqulluu akka taʼuu fi luba taʼee akka na tajaajiluuf isaaf uffata ni tolchu.

  • Baʼuu 31:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Akka isa gargaaruufis Oholiyaab+ ilma Ahisaamaak isa gosa Daan taʼe muudeera; ani garaa namoota dandeettii* qaban hundumaa keessa ogummaa nan kaaʼa; kunis wanta ani si ajaje kana hundumaa akka hojjetaniifi:+

  • Baʼuu 36:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, hojjettoonni dandeettii qaban hundi+ huccuuwwan dunkaanaa quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee fi foʼaa diimaa irraa tolfaman kudhan irraa godoo qulqulluu+ ni tolchan; innis* isaan irratti bifa kiruubelotaa ni dhaʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi