-
Baʼuu 2:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Haa taʼu malee, guyyaa itti aanu yommuu gad baʼu, Ibroonni lama wal lolaa turan. Kanaafuu, isa balleessaa qabu sanaan, “Michuu kee maaliif rukutta?” jedhe.+ 14 Innis deebisee, “Eenyutu bulchaa fi abbaa murtii godhee nu irratti si muude? Akkuma namicha Gibxii sana ajjeeste anaanis ajjeesuu barbaaddee?” isaan jedhe.+ Museenis yeroo kanatti sodaatee, “Dhimmichi dhugumaan beekameera!” jedhe.
-