Lakkoofsa 18:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Leewwonni tajaajila dunkaana walgaʼiitti raawwatamu ni raawwatu; dogoggora sabichi raawwatuuf isaantu itti gaafatama.+ Isaan Israaʼelota gidduutti dhaala qabaachuu hin qaban;+ kun guutummaa dhaloota keessanii keessatti dambii dhaabbataa taʼe dha.
23 Leewwonni tajaajila dunkaana walgaʼiitti raawwatamu ni raawwatu; dogoggora sabichi raawwatuuf isaantu itti gaafatama.+ Isaan Israaʼelota gidduutti dhaala qabaachuu hin qaban;+ kun guutummaa dhaloota keessanii keessatti dambii dhaabbataa taʼe dha.