-
Lakkoofsa 18:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Achiis Yihowaan Aaroniin akkana jedhe: “Ati, ilmaan kee fi miseensonni mana abbootii keetii warri sii wajjin jiran dogoggora iddoo qulqulluu+ irratti raawwatamu kamiif iyyuu itti gaafatamtu; kana malees, atii fi ilmaan kee warri sii wajjin jiran dogoggora lubummaa keessan irratti raawwatamu kamiif iyyuu itti gaafatamtu.+
-