LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 39:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis inni kiisii qomaa+ sana ni tolche. Kiisiin qomaa sun akkuma efuudichaa nama xilfii dhaʼuun warqii, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa kan tolfame ture.+

  • Baʼuu 39:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis kiisii qomaatti marsanii funcaa funyoo warqii qulqulluu irraa foʼame fakkaatu ni tolchan.+

  • Leewwota 8:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kiisii qomaa+ sana isa irra ni kaaʼe; Uuriimii fi Tuumiimii+ sanas kiisii qomaa sana keessa kaaʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi