LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 39:15-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis kiisii qomaatti marsanii funcaa funyoo warqii qulqulluu irraa foʼame fakkaatu ni tolchan.+ 16 Baattuuwwan warqii irraa tolfaman lamaa fi amartiiwwan warqii lama tolchanii, amartiiwwan lamaan sana fiixee kiisii qomaa lamaanitti qabsiisan. 17 Sana booda funyoowwan warqii irraa tolfaman lamaan sana amartiiwwan lamaan warra fiixee kiisii qomaa irra jiran keessa galchan. 18 Fiixeewwan lamaan funyoowwan lamaan sanaa baattuuwwan lamaan keessa galchanii, karaa fuulduraatiin kutaa efuudichaa isa gateettii irra oolu irratti qabsiisan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi