-
Baʼuu 3:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Ammas dhaqiitii jaarsolii Israaʼel walitti qabii akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan inni Waaqa abbootii keessanii, Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoob taʼe natti mulʼatee akkana naan jedhe: “Ani dhugumaan isiniinis taʼe wanta biyya Gibxii keessatti isin irratti raawwatamaa jiru argeera.+
-