20 “Guyyaa inni dibamutti+ wanti Aaronii fi ilmaan isaa Yihowaadhaaf aarsaa godhanii dhiheessan kana dha: aarsaa midhaanii+ isa yeroo hundumaa dhihaatu akka taʼuuf daakuu bullaaʼaa eefaa tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko+ walakkaa isaa ganama, walakkaa isaa immoo galgala ni dhiheessu.