Baʼuu 28:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 “Kana malees, ulfinaa fi miidhagina akka isaaniif kennuuf,+ ilmaan Aaroniif uffatawwan, sabbatawwanii fi marata mataa ni tolchita.+ Leewwota 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis akkuma Yihowaan isa ajajetti Museen ilmaan Aaron dhiheessee uffata dheeraa sana isaanitti uwwise; sabbata isaanitti hidhe; akkasumas marata mataa isaan irra kaaʼe.*+
40 “Kana malees, ulfinaa fi miidhagina akka isaaniif kennuuf,+ ilmaan Aaroniif uffatawwan, sabbatawwanii fi marata mataa ni tolchita.+
13 Achiis akkuma Yihowaan isa ajajetti Museen ilmaan Aaron dhiheessee uffata dheeraa sana isaanitti uwwise; sabbata isaanitti hidhe; akkasumas marata mataa isaan irra kaaʼe.*+