LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 8:22-24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Achiis korbeessa hoolaa isa lammaffaa, jechuunis korbeessa hoolaa yeroo luboonni muudamanitti sirna geggeeffamu irratti dhihaatu+ sana ni fide; Aaronii fi ilmaan isaas harka isaanii mataa korbeessa hoolaa sanaa irra ni kaaʼan.+ 23 Museenis isa ni qale; dhiiga isaa irraas muraasa fuudhee fiixee gurra mirgaa Aaron, abgudduu harka mirgaa isaa fi abgudduu miila mirgaa isaa ni dibe. 24 Achiis Museen ilmaan Aaron gara fuulduraatti ni dhiheesse; dhiiga sana irraas muraasa fuudhee fiixee gurra mirgaa isaanii, abgudduu harka mirgaa isaanii fi abgudduu miila mirgaa isaanii ni dibe; dhiiga isa hafe garuu cinaa iddoo aarsaa sanaa hundumaa irratti facaase.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi