-
Baʼuu 29:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 “Sana booda korbeessa hoolaa isa kan biraa fuudhi; Aaronii fi ilmaan isaas harka isaanii mataa isaa irra ni kaaʼu.+ 20 Korbeessa sana qali; dhiiga isaa irraas fuudhiitii fiixee gurra mirgaa Aaronii fi fiixee gurra mirgaa ilmaan isaa irratti, akkasumas abgudduu harka mirgaa isaanii irrattii fi abgudduu miila mirgaa isaanii irratti dibi; achiis dhiiga sana cinaa iddoo aarsaa hundumaa irratti facaasi.
-