LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 8:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Achiis korbeessa hoolaa isa lammaffaa, jechuunis korbeessa hoolaa yeroo luboonni muudamanitti sirna geggeeffamu irratti dhihaatu+ sana ni fide; Aaronii fi ilmaan isaas harka isaanii mataa korbeessa hoolaa sanaa irra ni kaaʼan.+

  • Leewwota 8:25-28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Achiis cooma sana, duboo sana, cooma marʼimaan irra jiru hundumaa, cooma tiruu irra jiru, kaleewwan lamaanii fi cooma isaan irra jiru, akkasumas luka mirgaa ni fuudhe.+ 26 Achiis guuboo maxinoo isa Yihowaa dura jiru sana keessaa, maxinoo bifa amartiitiin tolfame+ tokko, maxinoo bifa amartiitiin tolfamee fi zayitiidhaan jiidhe+ tokko, akkasumas maxinoo haphii tokko ni baase. Achiis cooma sanaa fi luka mirgaa sana irra isaan kaaʼe. 27 Hunduma isaaniis barruu Aaronii fi barruu ilmaan isaa irra kaaʼee, Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu godhee dhiheessuuf asii fi achi isaan sochoosuu jalqabe. 28 Achiis Museen harka isaanii irraa fuudhee iddoo aarsaa irratti, aarsaa isa gubamuu olitti akka aaran godhe. Kanneen kun aarsaa muudamaa isa urgaan isaa gammachiisu* turan. Kun aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi