-
Leewwota 7:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 “‘Seerri aarsaa gamtaa+ namni tokko Yihowaadhaaf dhiheessuu isa kana dha:
-
-
Leewwota 7:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Innis tokkoon tokkoon aarsaawwan sanaa irraa tokko tokko gaʼee qulqulluu godhee Yihowaadhaaf ni dhiheessa; innis kan lubicha isa dhiiga aarsaawwan gamtaa facaasu sanaa ni taʼa.+
-