LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “‘Aarsaan isaa aarsaa gamtaa*+ yoo taʼee fi kormaas taʼe dhaltuu horii isaa keessaa kan dhiheessu yoo taʼe, Yihowaa duratti horii mudaa hin qabne dhiheessuu qaba.

  • Leewwota 7:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “‘Haa taʼu malee, namni* qulqulluu hin taanee fi foon aarsaa gamtaa isa kan Yihowaa taʼe nyaatu kam iyyuu saba isaa gidduudhaa haa balleeffamu.*+

  • Leewwota 22:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “‘Namni tokko wareega isaa raawwachuuf yookiin kennaa fedhiidhaan kennamu dhiheessuuf aarsaa gamtaa Yihowaadhaaf yoo dhiheesse,+ fudhatama akka argatuuf loon yookiin bushaayee isaa keessaa horii mudaa hin qabne haa dhiheessu. Mudaan akkamii iyyuu horii sana irratti argamuu hin qabu.

  • 1 Qorontos 10:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Xoofoon eebbaa nuti eebbisnu, dhiiga Kiristoos irraa hirmaachuu mitii?+ Maxinoon nuti cabsinu, qaama Kiristoos irraa hirmaachuu mitii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi