-
Baʼuu 30:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “Zayitii sanaan, dunkaana walgaʼii+ fi taabota Dhugaa Baatuu sana,
-
-
Baʼuu 30:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatuu fi miʼawwan isaa hundumaa, akkasumas miʼa bishaanii sanaa fi wanta inni irra taaʼu ni dibda.
-
-
Leewwota 8:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sana booda isaan qulqulleessuuf zayitii dibataa sana iddoo aarsaa irratti siʼa torba ni facaase; iddoo aarsaa sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa, akkasumas miʼa bishaanii fi wanta inni irra taaʼus ni dibe.
-