Baʼuu 40:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis zayitii dibataa+ fudhadhuutii godoo qulqulluu sanaa fi wanta achi keessa jiru hundumaa dibi;+ qulqulluu akka taʼuufis, godoo sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa qulqulleessi. Lakkoofsa 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Museen guyyaa godoo qulqulluu sana dhaabee xumuretti,+ miʼawwan isaa hundumaa, iddoo aarsaa, miʼawwan iddoo aarsaa hundumaa+ fi godoo qulqulluu sana ni dibe,+ akkasumas ni qulqulleesse. Wantoota kana yommuu dibee fi yommuu qulqulleessetti,+
9 Achiis zayitii dibataa+ fudhadhuutii godoo qulqulluu sanaa fi wanta achi keessa jiru hundumaa dibi;+ qulqulluu akka taʼuufis, godoo sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa qulqulleessi.
7 Museen guyyaa godoo qulqulluu sana dhaabee xumuretti,+ miʼawwan isaa hundumaa, iddoo aarsaa, miʼawwan iddoo aarsaa hundumaa+ fi godoo qulqulluu sana ni dibe,+ akkasumas ni qulqulleesse. Wantoota kana yommuu dibee fi yommuu qulqulleessetti,+