LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 30:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Urgooftuuwwan kana,+ jechuunis haphee coccophu, oniikaa,* haphee urgaaʼuu fi ixaana adii qulqulluu taʼe wal qixa godhiitii fudhadhu. 35 Atis ixaana godhii isa qopheessi;+ urgooftuun kun ogummaadhaan walitti haa makamu, soogiddi itti haa naqamu,+ homtuu itti hin makamin, akkasumas qulqulluu haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi