Baʼuu 37:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Kana malees zayitii dibataa qulqulluu+ fi ixaana qulqulluu urgaaʼu+ kan ogummaadhaan walitti makame ni qopheesse. Faarfannaa 141:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kadhannaan koo si duratti akkuma ixaana+ qopheeffamee,Harki koo inni ol kaafames akkuma aarsaa midhaanii galgalaa naaf haa taʼu.+ Mulʼata 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yommuu inni maraa kitaabaa sana fudhatu, uumamawwan jiraatoon arfanii fi jaarsoliin 24+ Hoolicha duratti gombifaman; tokkoon tokkoon isaanii baganaa fi saanii warqii ixaanni itti guutame qabatanii turan. (Ixaanichi kadhannaa qulqullootaa argisiisa.)+
29 Kana malees zayitii dibataa qulqulluu+ fi ixaana qulqulluu urgaaʼu+ kan ogummaadhaan walitti makame ni qopheesse.
2 Kadhannaan koo si duratti akkuma ixaana+ qopheeffamee,Harki koo inni ol kaafames akkuma aarsaa midhaanii galgalaa naaf haa taʼu.+
8 Yommuu inni maraa kitaabaa sana fudhatu, uumamawwan jiraatoon arfanii fi jaarsoliin 24+ Hoolicha duratti gombifaman; tokkoon tokkoon isaanii baganaa fi saanii warqii ixaanni itti guutame qabatanii turan. (Ixaanichi kadhannaa qulqullootaa argisiisa.)+