LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 38:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis sibiila diimaa irraa miʼa bishaanii+ fi wanta inni irra taaʼu ni tolche; kana tolchuufis daawwitiiwwan* dubartoota warra karra dunkaana walgaʼii irratti tajaajiluuf gurmaaʼan sanaatti fayyadame.

  • Leewwota 8:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sana booda isaan qulqulleessuuf zayitii dibataa sana iddoo aarsaa irratti siʼa torba ni facaase; iddoo aarsaa sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa, akkasumas miʼa bishaanii fi wanta inni irra taaʼus ni dibe.

  • 1 Mootota 7:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Inni miʼa bishaanii+ tokkoon tokkoon isaanii safartuu baatii 40 qabatan kudhan sibiila diimaa irraa ni hojjete. Miini bishaanii kun tokkoon tokkoon isaa dhundhuma afur ture.* Gaariiwwan kurnan hundi miʼa bishaanii tokko tokko qabu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi