LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 30:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Dhiqannaadhaaf akka taʼutti sibiila diimaa irraa miʼa bishaanii fi wanta inni irra taaʼu tolchi;+ achiis dunkaana walgaʼii fi iddoo aarsaa gidduu kaaʼiitii bishaan itti naqi.+

  • Leewwota 8:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sana booda isaan qulqulleessuuf zayitii dibataa sana iddoo aarsaa irratti siʼa torba ni facaase; iddoo aarsaa sanaa fi miʼawwan isaa hundumaa, akkasumas miʼa bishaanii fi wanta inni irra taaʼus ni dibe.

  • 1 Mootota 7:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Achiis sibiila baqfameen Galaanicha* ni hojjete.+ Bocni isaa geengoo ture; afaan isaa gar tokkoo hamma gara isa kaaniitti dhundhuma 10 yeroo taʼu, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma 5 ture; naannoon isaa wadaroo safaraatiin dhundhuma 30 ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi