Baʼuu 30:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Dhiqannaadhaaf akka taʼutti sibiila diimaa irraa miʼa bishaanii fi wanta inni irra taaʼu tolchi;+ achiis dunkaana walgaʼii fi iddoo aarsaa gidduu kaaʼiitii bishaan itti naqi.+ 2 Mootota 25:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kaladoonnis utubaawwan sibiila diimaa+ mana Yihowaa, gaariiwwanii+ fi Galaana sibiila diimaa+ warra mana Yihowaa keessa turan ni caccabsan; sibiila diimaa sanas gara Baabilonitti ni geessan.+
18 “Dhiqannaadhaaf akka taʼutti sibiila diimaa irraa miʼa bishaanii fi wanta inni irra taaʼu tolchi;+ achiis dunkaana walgaʼii fi iddoo aarsaa gidduu kaaʼiitii bishaan itti naqi.+
13 Kaladoonnis utubaawwan sibiila diimaa+ mana Yihowaa, gaariiwwanii+ fi Galaana sibiila diimaa+ warra mana Yihowaa keessa turan ni caccabsan; sibiila diimaa sanas gara Baabilonitti ni geessan.+