LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 20:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 ‘Kunoo, guyyaan wantoonni mana kee keessa jiran hundii fi wantoonni abbootiin kee hamma harʼaatti kuufatan hundi gara Baabilonitti itti geeffaman ni dhufa.+ Wanti tokko illees hin hafu’ jedha Yihowaan.

  • Ermiyaas 52:17-20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kaladoonnis utubaawwan sibiila diimaa+ mana Yihowaa, gaariiwwanii+ fi Galaana sibiila diimaa+ warra mana Yihowaa keessa turan ni caccabsan; sibiila diimaa sana hundumaas gara Baabilonitti ni geessan.+ 18 Kana malees, miʼawwan daaraa, akaafaawwan, dhaamsituuwwan ibsaa, saaniiwwan golboo,+ xoofoowwanii+ fi miʼawwan sibiila diimaa tajaajila mana qulqullummaatiif oolan hundumaa ni fudhatan. 19 Ajajaan waardiyyootaa sunis miʼawwan bishaanii,+ qodaawwan ibiddaa, saaniiwwan golboo, miʼawwan daaraa, baattuuwwan ibsaa,+ xoofoowwanii fi saaniiwwan golboo warra warqii fi meetii qulqulluu irraa tolfaman+ ni fudhate. 20 Sibiilli diimaan utubaawwan lamaan, Galaanichi, qotiyyoowwan sibiila diimaa 12n+ warri Galaanicha jalatti argamanii fi gaariiwwan Solomoon mana Yihowaatiif hojjechiise ittiin hojjetame hundi baayʼee waan taʼeef madaalamuu hin dandaʼu ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi