LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:13-16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kaladoonnis utubaawwan sibiila diimaa+ mana Yihowaa, gaariiwwanii+ fi Galaana sibiila diimaa+ warra mana Yihowaa keessa turan ni caccabsan; sibiila diimaa sanas gara Baabilonitti ni geessan.+ 14 Kana malees, miʼawwan daaraa, akaafaawwan, dhaamsituuwwan ibsaa, xoofoowwanii fi miʼawwan sibiila diimaa tajaajila mana qulqullummaatiif oolan hundumaa ni fudhatan. 15 Ajajaan waardiyyootaa sunis qodaawwan ibiddaa fi saaniiwwan golboo warra warqii+ fi meetii qulqulluu irraa tolfaman ni fudhate.+ 16 Sibiilli diimaan utubaawwan lamaan, Galaanichii fi gaariiwwan Solomoon mana Yihowaatiif hojjechiise ittiin hojjetame hundi baayʼee waan taʼeef madaalamuu hin dandaʼu ture.+

  • Ermiyaas 27:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa utubaawwan+ sana, Galaanicha,*+ gaariiwwan,+ akkasumas miʼawwan magaalaa kana keessatti hafan,

  • Ermiyaas 27:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 ‘“Isaan gara Baabilonitti ni geeffamu;+ hamma guyyaa ani xiyyeeffannaa koo gara isaaniitti itti deebisuttis achuma ni turu. Achiis deebisee isaan nan fida, iddoo kanattis isaan nan deebisa” jedha Yihowaan.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi