LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 7:48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Solomoon mana Yihowaatiif miʼawwan kana hundumaa ni hojjete: iddoo aarsaa+ warqii, minjaala+ warqii daabboon ilaalchaa* irra kaaʼamu,

  • 1 Mootota 7:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 saaniiwwan, dhaamsituuwwan ibsaa,+ saaniiwwan golboo, xoofoowwanii+ fi qodaawwan ibiddaa+ sana warqii qulqulluu irraa ni hojjete; qabsiistuuwwan balbaloota mana isa keessaa,+ jechuunis balbaloota Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼee fi qabsiistuuwwan balbaloota mana qulqullummaa+ warqii irraa ni hojjete.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi