Leewwota 16:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Achiis inni miʼa ibiddaa,+ ibidda iddoo aarsaa Yihowaa dura jiru irraa fuudhameen guutamee+ fi ixaana urgaa gaarii qabu+ hammaarraa lama fuudhee gara golgichaatti seena.+
12 “Achiis inni miʼa ibiddaa,+ ibidda iddoo aarsaa Yihowaa dura jiru irraa fuudhameen guutamee+ fi ixaana urgaa gaarii qabu+ hammaarraa lama fuudhee gara golgichaatti seena.+