LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 7:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Achiis sibiila diimaa irraa gaariiwwan*+ kudhan ni hojjete. Tokkoon tokkoon gaarii kanaa dheerinni isaa dhundhuma afur, dalgi isaa dhundhuma afur, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma sadii ture.

  • 2 Mootota 25:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sibiilli diimaan utubaawwan lamaan, Galaanichii fi gaariiwwan Solomoon mana Yihowaatiif hojjechiise ittiin hojjetame hundi baayʼee waan taʼeef madaalamuu hin dandaʼu ture.+

  • 2 Seenaa Baraa 4:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kana malees Hiiraam miʼawwan daaraa, akaafaawwanii fi saaniiwwan golboo ni hojjete.+

      Kanaafuu, Hiiraam mana Waaqa dhugaa ilaalchisee hojiiwwan Solomoon Mootichaaf hojjetu ni xumure;+

  • 2 Seenaa Baraa 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 gaariiwwan* kurnanii fi miʼawwan bishaanii kurnan warra gaariiwwan sana irra jiran,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi