LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 4:2-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sibiila baqfameen Galaanicha*+ ni hojjete. Bocni isaa geengoo ture; afaan isaa gar tokkoo hamma gara isa kaaniitti dhundhuma 10 yeroo taʼu, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma 5 ture; naannoon isaa wadaroo safaraatiin dhundhuma 30 ture.+ 3 Afaan Galaanichaa jala dhundhuma tokko tokko keessatti faayaan buqqee+ kudhan kudhan itti naanneffamee jira ture. Buqqeen sunis tarree lamaan Galaanichaa wajjin tokko taʼee kan hojjetame ture. 4 Galaanichi qotiyyoo+ 12 irra kan taaʼe yeroo taʼu, qotiyyoon 3 gara kaabaatti, 3 gara dhihaatti, 3 gara kibbaatti, 3 immoo gara bahaatti garagalanii turan; Galaanichis isaan irra taaʼee ture; duubni hunda isaaniis gara walakkaatti kan seene ture. 5 Furdinni isaa hamma balʼina barruu harkaa* ture; afaan isaa afaan shinii fi abaaboo daraare fakkaata ture. Innis safartuu baatii* 3,000 baata* ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi