1 Mootota 6:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Saanqaa gaattiraa keessa manichaatti maxxanfame irratti fakkiiwwan buqqee*+ fi fakkiiwwan abaaboo+ bocamanii turan. Guutummaan isaa saanqaa gaattiraatiin waan uwwifameef, dhagaan tokko illee hin mulʼatu ture.
18 Saanqaa gaattiraa keessa manichaatti maxxanfame irratti fakkiiwwan buqqee*+ fi fakkiiwwan abaaboo+ bocamanii turan. Guutummaan isaa saanqaa gaattiraatiin waan uwwifameef, dhagaan tokko illee hin mulʼatu ture.