-
Baʼuu 30:31, 32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 “Akkana jettee Israaʼelotatti dubbatta: ‘Kun guutummaa dhaloota keessanii keessatti anaaf zayitii dibataa qulqulluu taʼee itti fufa.+ 32 Inni qaama namaatti dibamuu hin qabu; isin wanta kanaa wajjin wal fakkaatu akkamii iyyuu hin qopheessinaa. Inni wanta qulqulluu dha. Isiniif wanta qulqulluu taʼee itti fufa.
-