Baʼuu 37:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Kana malees zayitii dibataa qulqulluu+ fi ixaana qulqulluu urgaaʼu+ kan ogummaadhaan walitti makame ni qopheesse. 1 Mootota 1:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Saadoq lubichis gaanfa zayitichaa+ dunkaana+ keessaa fudhatee Solomooniin ni dibe;+ isaanis xurumbaa afuufuu jalqaban; namoonni sun hundis, “Solomoon Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” jedhanii iyyuu jalqaban. Faarfannaa 89:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Tajaajilaa koo Daawitiin nan argadhe;+Zayitii koo isa qulqulluudhaanis isa nan dibe.+
29 Kana malees zayitii dibataa qulqulluu+ fi ixaana qulqulluu urgaaʼu+ kan ogummaadhaan walitti makame ni qopheesse.
39 Saadoq lubichis gaanfa zayitichaa+ dunkaana+ keessaa fudhatee Solomooniin ni dibe;+ isaanis xurumbaa afuufuu jalqaban; namoonni sun hundis, “Solomoon Mootichi bara baraaf haa jiraatu!” jedhanii iyyuu jalqaban.