2 Saamuʼel 6:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Isaanis Taabota Yihowaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessatti bakka isaaf qophaaʼe keessa kaaʼan.+ Achiis Daawit Yihowaa duratti aarsaawwan gubamanii+ fi aarsaawwan gamtaa+ dhiheesse.+
17 Isaanis Taabota Yihowaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessatti bakka isaaf qophaaʼe keessa kaaʼan.+ Achiis Daawit Yihowaa duratti aarsaawwan gubamanii+ fi aarsaawwan gamtaa+ dhiheesse.+