LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 35:30-34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Achiis Museen Israaʼelotaan akkana jedhe: “Kunoo, Yihowaan Bezaaliʼel isa ilma Uurii, ilma ilma Huur isa gosa Yihudaa taʼe sana filateera.+ 31 Waaqayyos inni ogummaa, hubannaa fi beekumsa akka qabaatuuf, akkasumas ogummaa harkaa akaakuu hundumaa irratti dandeettii akka qabaatuuf hafuura isaatiin isa guuteera; 32 kanas kan godhe, pilaaniiwwan adda addaa akka qopheessuuf, warqii, meetii fi sibiila diimaadhaan wantoota adda addaa akka hojjetuuf, 33 dhagoota akka bocuu fi iddoo isaan taaʼan akka qopheessuuf, akkasumas muka irraa wantoota mimmiidhagoo taʼan adda addaa akka tolchuufi. 34 Waaqayyo innii fi Oholiyaab+ ilmi Ahisaamaak inni gosa Daan taʼe sun warra kaan akka barsiisaniif ogummaa isaaniif kenneera.

  • 1 Seenaa Baraa 2:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Huur Uurii dhalche. Uuriin immoo Bezaaliʼeliin+ dhalche.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi