LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 31:2-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Kunoo, ani Bezaaliʼel+ isa ilma Uurii, ilma ilma Huur isa gosa Yihudaa+ taʼe sana filadheera.* 3 Inni ogummaa, hubannaa fi beekumsa akka qabaatuuf, akkasumas ogummaa harkaa akaakuu hundumaa irratti dandeettii akka qabaatuuf hafuura Waaqayyootiin isa nan guuta; 4 kanas kanan godhu, pilaaniiwwan adda addaa akka qopheessuuf, warqii, meetii fi sibiila diimaadhaan wantoota adda addaa akka hojjetuuf, 5 dhagoota akka bocuu fi iddoo isaan taaʼan akka qopheessuuf,+ akkasumas muka irraa wantoota adda addaa akka tolchuufi.+ 6 Akka isa gargaaruufis Oholiyaab+ ilma Ahisaamaak isa gosa Daan taʼe muudeera; ani garaa namoota dandeettii* qaban hundumaa keessa ogummaa nan kaaʼa; kunis wanta ani si ajaje kana hundumaa akka hojjetaniifi:+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi