LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:15-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Kanaafuu, isin guyyaa Yihowaan Horeeb keessatti ibidda sana gidduudhaa isinitti dubbatetti wanta akkamii iyyuu waan hin argineef of eeggadhaa;* 16 fakkii mallattoo akkamiitiin iyyuu bocame tolfachuudhaan badiisa ofitti hin fidinaa. Fakkii dhiiraa yookiin fakkii dubartii,+ 17 fakkii bineensa lafa irra jiraatu akkamii iyyuu yookiin fakkii simbira samii keessa barrisu akkamii iyyuu,+ 18 fakkii wanta lafa irra loʼu akkamii iyyuu yookiin fakkii qurxummii lafa jala bishaan keessa jiru akkamii iyyuu hin tolfatinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi