LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 32:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Boodas sabichi Museen gaaricha irraa utuu hin buʼin yeroo dheeraan darbuu isaa ni arge.+ Kanaafuu, isaan Aaron biratti walitti qabamanii, “Nuti wanta Musee isa biyya Gibxiitii nu baase sana irra gaʼe waan hin beekneef, kaʼiitii waaqa nu dura deemu nuuf tolchi” isaan jedhan.+

  • Hojii Ergamootaa 7:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Aaroniinis, ‘Nuti wanta Musee isa biyya Gibxiitii nu baase sana irra gaʼe waan hin beekneef, waaqolii nu dura deeman nuu tolchi’ jedhan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi